Addi Bilisummaa Oromoo mootummaa waliin waliigaltee yeroo raawwatu biyyattiifis tahe naannoo Oromiyaa tasgabbeessuuf akka tarkaanfii guddaatti ilaalamuus waanti yaadame garuu tahaa hin jiru.
Namoonni talaalli Covid-19 marroo lama talaalaman vaayirasichaan qabamuudhaan namoota waliin mana tokko jiraatanitti akka daddabarsan, ogeeyyiin UK faca’iinsa vaayirasichi maatii keessatti qabu ...